
Kurfii lamaffaa kana gubbaatti Jaal Adam Kabiiraan gama biyya Saa'udiyaatti erga taakke kaasee, achirraa Somaleetti, Somaleerraa gama Keniyaa keessatti haala keessa qaxxaamure yaadata. Biyyoota kana keessatti waan isa...


Hangafa pōdkāstī Afān Oromo !Ashamaa!! Baga Nagaan Dhuftan!As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development" , Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne baabsaa tokko malee raabsina. Dhihaadhaa!!Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)
Required Pod Score for this podcast. PitchCentric checks your profile against host openness, topical fit, and audience signals before you generate a pitch.
Contact path
Verified email
Booking probability
52%
Guest openness
Selective
Sign up to generate a grounded pitch for ILMAORMAA.
Signup to Generate a PitchHangafa pōdkāstī Afān Oromo! Ashamaa!! Baga Nagaan Dhuftan! As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development", Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne baabsaa tokko malee raabsina.
Recent episodes include "Ep. 301 Seenaa Keniyaat Ajeefamuu, Hidhamuufi Darbamu Hogganoota Oromo - J. Adam Kabira | Kutaa 2ffaa| 19 Jun 2026" (31 August 2026, 86 minutes), "Ep. 300 Oromoon "Eessaa Kaanee, As Geenye? " Seenaa J. Adam Kabira Wajjin | Kutaa 1 | 13 Jun 2026" (24 August 2026, 107 minutes), and "Ep. 299 Sirni Sab-daneessaa Waggaa Shanan As-Deemu Keessatti Qormaata Jabaaf Saaxilamuu Hinoolu |" (17 August 2026, 38 minutes).
ILMAORMAA publishes roughly a few times a week, with episodes averaging 56 minutes across 297 episodes.
Booking probability for ILMAORMAA is 52%, and the host is rated Selective on guests. ILMAORMAA requires a Pod Score of 80 or higher. ILMAORMAA's contact route on record: verified email.
ILMAORMAA is a society podcast with 297 episodes published.
Our AI reads these to draft pitches. Use them as grounding for a pitch that cites a real guest and a specific topic.

Kurfii lamaffaa kana gubbaatti Jaal Adam Kabiiraan gama biyya Saa'udiyaatti erga taakke kaasee, achirraa Somaleetti, Somaleerraa gama Keniyaa keessatti haala keessa qaxxaamure yaadata. Biyyoota kana keessatti waan isa...

Episode #300
Kurfii duraa kana gubbaatti, Jaal Adam Kabiiraan gaaffii "Oromoon Eessaa Ka'anii As-gahan?" gaaffii jattuu deebisuuf, jiruu-jireenya ummmata Oromo ganda itti dhalateerraa eegalee, sochii qonnaan bultoota bara mootumaa...

Episode #299
Qophii kana gubbaatti,Filmaata PPn qopheessiteef jaarmayaalee fi namoota dhuunfaan naannoo Oromiyaa, Dire Dawaafi Shaggar keessatti dorgomoof deeman irraa odeeffanna. PPn waggaa shanan as-deeman keessatti kaayyoo isii...

Qophii kana gubbaatti; Jilli mootummaa Itoophiyaa Ziyaaraaf Ameerikaa dhaqan, Mormitootni Mootummaa Itoophiyaa hagoon "Port Sudan"itti walargan, UN waajjira Naayiroobi qabdu babbalisaa jirti, Faransaa Matootii...

Qophii gabaabdu kana keessatti waahee mirgaafi mirga goonfatan dhabuu seettii waliin qooddanna.Dhihaadhaa

Episode #296
Qophii kana keessatti, Qooda mootummaan Imaraatii dantaa warra Masrii, Libiyaafi Yamanii keessa seenuun hameenya dalagde jadhamee hamatamtuu: humna waraana dhuunfa warri Imaraatiin kafaltiin bobbaasuun hogganoota...

Episode #295
Kurfii kana gubbaatti, filmaata bara June 2026 Itiyoophiyaa keessatti gaggeeffamuuf deemurraa qooda fudhachuuf dhaabbilee Siyaasaa hiriira galaniifi waahee mirgaarraa yaada gaggabaabaa.Dhihaadhaa!

Episode #294
Mariin Ameerikaa-Iiraan Jidduu Islamabaditti gaggeefamaa ture hongahe.Dhihaadhaa!

Qophii gabaabdu kana keessatti lola Iiraan irratti gaggeefma tureefi araara torban lamaaf godhamterran isniif gabaasa.Dhihaadhaa!

Episode #292
Qophii kana keessatti: Warri " Evangelical" Ameerikaa, masaraa mootummaa keessatti waraanni Ameerikaa Lola Amantii gaggeesaa akka jiruufi Presidaant Trump fakkii Yesu Kirstoos tahuu lallaban, Lammiin Shiinaa Warri...

Qophii kana gubbaat,Taateewwan ijoo guyyoota muraasa dabran keessatti aduunyaafi Gaanfa Afrikaa keessatti mumullatan irraa waliin qooddanna.Dhihaadhaa!!

Episode #290
Kurfii kana gubbaatti: Lolaafi olola Ameerikaa-Israael biyya Iiraan irratti ofaa jiran, Haal-Duree araaraaf Iiraan qopheessite, Hormuuz keessa hulluuquu warra fedhuuf sirna Iiraan labsite, Iyyannaa waajjira mirga dhala...

Qophii gabaabduu kana keessatti, Gaazeexaa "Birhaaninnaa Selaam" gubbaatti bara 1932 keessatti ololla mootummaa Jimmaa diiguufu oofama turte irraa haga tokko wolyayyaadachiifna. Dhihaadhaa!

Qophii kana keessatti; Kuubaafi rakkoo keessa jirtu, Torban kana Lola Ameerikaa-Israael Iiraan irraatti gaggeessaa jiran irraa odeessa ijoo, Warri Baido'a(South West Somalia) mootummaa Moqaadishoorraa of kutuusaani...

Episode #287
Kurfii gabaabdu kana gubbaatti: lola aduunyaa amma gaggeefamaa jirurfi Filmaata 7ffaa Itoophiyaan gaggeessuuf deemturraa yaada gabaabdu. Dhihaadhaa!

Qophii kana keessatti taateewwan torban kana mullatan keessaa warra ijoo tahan irraa wolyayyaadachiifna.Dhihaadhaa!

Qophii kana keessatti: Lola Ameerikaa-Israa'eel Iiraan irratti eegalan, Somaleen Xayyaara (Jeetti) Lolaa bitachuuf Pakistaaniin woliigalate, Israeel warri "Sufi-Axis" namarsee jira, anis "Hexagon-Axis " ijaarrachuun...

Episode #284
Kurfii kana keessatti, Waan "Munich Security Conference" gubbaatti dubbatame keessaa haga nulaallatu, Yakka daguuggii-shanyii ummata Darfur irratti raawwatameefi raawwatama jiru, Turkiyyeen Bahaara Somaaliyaa keessaa...

Episode #283
Qophii kana gubbaat: Ziyaaraa warra Sa'uudi Arabiyaa gama Itoophiyaafi Eritiraa, Xalayaa mootummaan Itoophiyaa mootummaa Eritiraatti barreessite, Dubbiin Epstein, qaallicha Sulxaan Ahmed bin Sulayem (mataa DP World)...

Qophii kana keessatti waan torban kana mummull'atan irraa: Hariiroo Liibiyaafi Pakistaan, Woliigaltee Turkiyyee fi Masrii, Mootummaa Trump fi Afrikaa( Nigeeriyaa, Suudaan fi DRC), Kora Parlaamaa Itoophiyaa Ammaa kana...
Recent guests on ILMAORMAA. Study who booked and why before you pitch.
Hayyu Duree HTO
Based on semantic analysis of episode topics and host coverage, this podcast is a strong guest fit for executives in:
Industry fit is computed by PitchCentric using vector embeddings of the podcast's episode catalog.
Shows with the most semantically similar episode content. Pitch one, pitch all; producers cluster.
Is this podcast yours and you'd like to remove or correct details? Request removal or email privacy@pitchcentric.com.
Questions about the free trial? See the pricing FAQ